Jechoota: , 1834.

Mooziqaa: , 1863.


Abdiin koo kan ijaarame dhiiga Yesuusiif tola isaan
Isa malee hin abdadhu maqaasaattis nan-hirkadha.

Buufata

Yesuus koo irra nan-dhaabadha
Lafti biraa na dhidhidhimsa
Lafti biraa na dhidhimsa.

Dukkana fi yoon arguu dhabee ayyaana isaan amanaa
Karaan koo yoo natti cimee jabaadhee isan qabadha.

Buufata

Abdiin isaa fi kakuun isaa anaaf lola badiisa na oolcha
Lubbuu koo yeroo dadhabdu inni abdii koo naa ta’a.

Buufata

Yammuu dhufuu maalakataan isa keessattan argama
Tola isaatiin aguugamee teesso isaa duran dhaabadha.

Buufata