Jechoota & Mooziqaa: , 1876.


Cubbu ko maltu dhiqa dhiiga Kristos duwwa dha
Enyuun na qulqulleessa dhiiga Kristos duwwa dha.

Buufata

Burqitu qulqulluu cubbu koo na dhiqeera
Kan bira hin beeku dhiiga Kristos duwwa dha.

Anaan kan qulqullessu dhiiga Kristos duwwa dhaa
Dhifama kan naf kennu dhiiga Kristos duwwa dha.

Buufata

Balleessa koo kan dhiqu dhiiga Kristos duwwa dha
Qorichi jireenya koo dhiiga Kristos duwwa dha.

Buufata

Abdi kootiif nagaan koo dhiiga Kristos duwwa dha
Tolli koo fi fayyinni koo dhiiga Kristos duwwa dha.

Buufata