Jechoota: , 1904.

Mooziqaa: .


Gonkumaa abdii hinkutatin gooftaan si gargaaraa
Kochoo isaa jala hin jiraattaa gooftaan si gargaaraa.

Buufata

Gooftaan si gargaara yeroo hundaa karaa hundaa
Inni si gargaara gooftaan si gargaara

Hojii baayyinaan yoo dadhabde gooftaan si gargaaraa
Gidiraan yo sitti baayy’ate gooftaan si gargaara.

Buufata

Waan si dhibu inni si kenna gooftaan si gargaara
Waan ati gaafattu sindidu gooftaan si gargaara.

Buufata

Qoramsi cimaan yoo dhufe iyyuu gooftaan si gargaara
Itti boqodhu dadhabi irraa gooftaan si gargaaraa.

Buufata