Jechoota: (1702-1751).

Mooziqaa: .


Gammachuun kan na fo’aa tee fayyisa koof waaqa kootii
Garaa koo hin gammachisaa gammachuu koos nan odeessa.

Buufata

Guyyaa gammachuu yesuus cubbuu koo naa dhiqee
Kadhannaa na barsiiseera guyyaa hunda akkan gammaduuf
Guyyaa gammachuu yesuus cubbuu koo naa dhiqee.

Jaalala isaan na bitate jireenya koo gammachisee
Gammachutiin faarfanna mana kadhanna keessatti.

Buufata

Hojii guddaa naa raawwate ani kan isaati inni kan koo
Na gegeessa duukaan bu’a sagalee isaas nan hubadha.

Buufata

Lubbuun koo boqonnaa qaba eebbaa gaarii argateera
Waaqa koo gonkumaa eebbaa koo hundaa isa bira.

Buufata